Qubeen Afaan Oromoo | PDF
Seera qubee Afaan Oromoo keessatti, qubeeleen cimdii lama walitti aananii hin barreeffaman. Jabinaa fi laafinni qubee cimdii haasaya keessatti ykn hima keessatti beekuu dandeenna. Qubee dachaa /cimdii (Eng:double consonants)Gurguddaa CH DH PH SH NY TS(ergisa) ZH(ergisa) KH(ergisa) ch dh ph sh ny ts zh kh. Seera sagaleen Afaan Oromoo …